Xurree ittiin seenan

Breaking News

HIriira Wiixata Darbeetin Walqabatee Dhimma Barattoota Yunivarsiitii Amboo


Hiriira mormii Wiixata darbe Mooraa Amboo Yunivarsiitii keessatti deemsifame irratti osoo hin hirmaatin Yunivarsiiticharraa yeroo hin murtaa’iiniif dhorkamne, jechuun barattootni yunivarsitichaa hagi tokko yaada isaanii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kennanii jiran.

Yunivarsiitichi immoo gama isaan barattootni Galma Yunivarsiitichaa irratti hubaatii geessisan jedhamanii shakkaman 10 hamma dhimmi isaanii koree naamusaan qulqullaahee beekamutti mooraarraa dhorkamuu isaanii ibsee jira. Gabaasaa Naakoor Malkaa Ambo irraa erge caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:18 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG