Ulaan Daangaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Banaa Hafte Tokkittiin Cufamte

  • VOA

Karawwan daandaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa wal-quunnamsiisan keessaa kan hin cufafmiin ture, daandiin Buree fi Asab wal-quunnamsiisu har’a cufamuun isaa beekamee jira.

Yeroo ammaaf, karawwan daangaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa banamanii turan marti yeroo ammaa cufamuun isaaniins beekamee jira.

Daandiin Buree-Asab kun ka cufame tahuu, bulchiinsa naannoo Affaaritti bulchaan El-Da’aar VOA-f ibsanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ulaan Daangaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Banaa Hafte Tokkittiin Cufamte