Waa’ee Nageenya Oromiyaa Dhiyaa fi Kibbaa Hayyonni Maal Jedhu?

Haala nageenyaa Oromiyaa Lixa fi kibba keessaa jiru kan ilaaleen marii hayyoonni Yuniversitii Finfinnee, Yuniversitii Amboo, Yuniversitii Mattuu keessaa yaada isaanii ibsanii jira.

Marii kana keessatti sababaalee boora’uu nageenyaa maali? Eenyutu nageenya booressa? Furmaati isaa hoo maal? kan jedhu of keessaa qaba.

Marii gaggeeffame kutaa duraa caqasaa

Kutaa 1ffaa:

Your browser doesn’t support HTML5

Waa’ee Nageenya Oromiyaa Dhiyaa fi Kibbaa Hayyonni Maal Jedhu?

Your browser doesn’t support HTML5

Kutaa 2ffaa: Waa’ee Nageenya Oromiyaa Dhiyaa fi Kibbaa Hayyonni Maal Jedhu?