Namoonnii Buufata Poolisii Sadaffaa Keesstti Hidhamanii Jiran Reebamuu Abukaatoon Dubbatan

(Suuraa faayilii)

Namoonni Shororkeessummaatti Shakkamanii Finfinnee Buufata Poolisii Sadaffaatti Hidhaman Reebamuu fi Hiraarfamuu Mana-murtiitti Himatan, Jedhu Abukaatoon Isaanii

Abukaatoon namoota yakka shororkeessummaatti shakkamanii hidhamaniif dhaabbatan, maammiloonni isaanii sababaa malee guyyoota digdamii-saddeet digdamii-saddeetiin mana-murtiitti deddeebisamanii beellamni jijjiiramaaf, jechuun komee qaban VOAtti dubbatan.

Kana malees namoonni shakkamanii hidhaman kun ‘reebamaa fi hiraarfamaa akka jiran, mana-murtiitti iyyatanii jiru,” jedhan, Abukaatoon isaanii kun. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoonnii Buufata Poolisii Sadaffaa Keesstti Hidhamanii Jiran Reebamuu Abukaatoon Dubbatan