Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaana Uummatoota, Sabaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa Bara Kanaa Oromiyaa Tu Qindeessa  


Afa-yaa’ii Caffee Oromiya, Adde Loomii Badhoo
Afa-yaa’ii Caffee Oromiya, Adde Loomii Badhoo

Ayyaanni Guyyaa Saboota fi Sablammoota Itiyoophiyaa inni 14ffaan Naanno Oromiyaatiin qindaa’e magaala Finfinneetti kan kabajamu ta’uu Afa-yaa’iin Caffee Oromiya, Aadde Loomii Badhoo iba gaazzexeessotaaf kennaniin ibsanii jiran.

Kabajamuun Ayyaana Guyyaa Sabaa fi Sablammoota akka inni tokko aadaa fi dudhaa isa kaanii beekee waliin jiraatu kan gargaaru wal-tajjii wal-barumsaa gaarii tahuu dubbatan.

Ayyaana Uummatoota, Sabaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa Bara Kanaa Oromiyaa Tu Qindeessa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00


XS
SM
MD
LG