Yaada Dargaggootaa fi Hoogganoota Dhaabotaa Walga’ii ABOtti Hirmaatanii

Sagantaa “Barii Finfinnee” jechuun Addi Bilisummaa Oromoo Dilbata dabre galma Mileeniyeemiitti qopheesse irratti Partileen siyaasa fi dhaabbileen ka biroon walitti dhufeenyi fi waliin dubbiin partilee siyaasa rakkoo roga hundaan biyyattii keessa jiru furuuf barbachisa dha, jedhan.

Dargaggoonni qooda fudhatan immoo, “Oromiyaan dirree jeequmsaa ta’aa waan jirtuuf furmaatni itti barbaadamuu qaba,” jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Yaada Dargaggootaa fi Hoogganoota Dhaabotaa Walga’ii ABOtti Hirmaatanii