Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Komishiina Filannoo Biyooleessaa Waliin Kaleessa Gaggeeffame Har’as Itti Fufee Jira


Komishinni Filannoo Kan Itiyoophiyaa Wixineen sagantaa filannoo biyyoolessaa kan yeroo raawwii of keessatti qabate Robii kaleessa ifa gochuun marii gaggeessuun isaa ni yaadatama.

Paartleen Oromoo walgahii kana irratti hirmaatan keessaa ABO fi KFO baatii roobaa kan ta’e Hagayya keessatti filannoon saganteeffamuun kun gaarii ta’u baatus carraan biraa hin jiru jedhu.

Obbo Qajeelaa Mardaasaa itti gaafatamaa dhimmi sab-qunnamtii ka Adda Bilisummaa Oromoo fi Obbo Mulaatuu Gammachuu itti aanaa dura ta’aa KFO waliin gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa.

Mariin Komishiina Filannoo Biyooleessaa Waliin Kaleessa Gaggeeffame Har’as Itti Fufee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:11 0:00


XS
SM
MD
LG