Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Nageenyaa Oromiyaa Lixaa Ilaalchisee Yaada Namoonni Kennan


Faayilii - miseensota humna nagahaa Itoophiyaa, Finfinnee

Mootummaan rakkoo nageenyaa Oromiyaa Lixaa furuuf tarkaanfii lolaa fudhachuurra qaama hidhannoon socho'uu fi uummata wajjin mari'achuu qaba jedhan jiraattotni Magaalaa Naqamtee, Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa hagi tokko.

Yaada namootaa walitti-qabne dhaggeeffadhaa

Rakkoo Nageenyaa Oromiyaa Lixaa Ilaalchisee Yaada Namoonni Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:42 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG