Xiinxala Haasaa Biyyaaleessaa Prezidaant Traamp  

  • VOA

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis, Doonaald Traamp, Kibxata dabre Guraandhaala 4, bara 2020 gabaasaa isaanii waggaa miseensota Mana-maree Bakka-bu’ootaa fi Mana-maree Murtii Seeraa Yunaayoitid Isteetis duratti dhihaassanii jiran.

Tooora dinagdee, siyaasaa, dantaa alaa, fayyaa, barnootaa fi kanneen birootiin hojii mootummaan isaanii waggaa tokko dabre keessatti hojjetee fi karoora isaanii fuul-duraatti ka fuuleffate – haasaan prezidaantichaa.

Yeroo haasawa isaanii jalqabuuf gara dooyaatti dhufanii jalqabee haga xumuratanii bu’anitti gochaaleen paartii isaanii, paartii Ripuubilikaanii fi paartii morkataa, Paartii Dimookiraatii gidduutti gidduu addaan fageenyi jiraachuu agarsiisan mul’ataa turan.

Haasawa prezidaantichaa fi adda-addummaa siyaasaa gaafa sana mul’atan irratti Koolin Koolej, ka kutaa Teksaas jiru irraa barsiisaa barnoota dinagee – Proofeesar Mohammed Xaahiroo dubbisnee jirra.

Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxala Haasaa Biyyaaleessaa Prezidaant Traamp