Prezidaantiin Faalsxiin Wixinee Prezidaant Traamp Dhiyeessan Hin Simadhu Jedhan

  • VOA

Prezidaantii Faalsxiin Mahamoud Abbaas Tokkummaa mootummootaatti haasahaa yeroo godhan

Prezidaantiin Faalisxiin Mahamoud Abbaas wixinee nageenyaa prezidaant Tramp Faalisxiinii fi Israa’eliin ilaalchisee dhiyeessan mormuuf gara Tokkummaa mootummootaa dhaqaniiru.

Abbaas walii galtee sana fudhatama dhabsiisanis Israa’el waliin mari’achuuf balballi isaanii banaa ta’uu ibsan

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Faalsxiin Wixinee Prezidaant Traamp Dhiyeessan Hin Simadhu Jedhan