Of Irraa Ittisa Vaayirasii Koronaaf Qajeelfamoota Bahan Dagachuun Hammaate Jedhu Jiraattonni Finfinnee 

Faayilii - Gabaa Markaatoo, Finfinnee

Dagannaan qajeelcha of irraa ittisa vaayirasii kooronaa irratti mul'atu daran hammaatee jira, jedhu jiraattonni magaalaa Finfinnee Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf yaada isaanii kennan.

Bakka taajila geejjibaa fi naannawaa gabaatti fageenya eeggachuu akkasumas of eeggannoo taasisamuu qabu gochuurratti namoonni ammalle xiyyeeffannoo kennuu dhaban, jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Of Irraa Ittisa Vaayirasii Koronaaf Qajeelfamoota Bahan Dagachuun Hammaate Jedhu Jiraattonni Finfinnee