Yunivarsiitiin Wallaggaa Mana-barnootaa Bultii Addaa Barattoota Ciccimoo Itti Simatu Banuuf Jedha 

Manni Barumsaa Bultii Addaa, Naqamtee

Yunivarsitii Wallaggaatti manni barumsaa addaa ka bultii ykn “Boarding School” bara dhufu 2013 barattoota ciccimoo 240 simatee akka barsiisuu eegalu pirezidaantiin Yunivarsiitii Wallaggaa Doktor Hasan Yusuuf dubbatan. Ijaarsa mana barumsaa bultii addaa kanaaf bulchiinsi magaalaa Naqamtee lafa kennuu bakka bu'aan kantiibaa Naqamtee dubbataniiru.

Ijaaramuun mana barumsaa bultii addaa kun barattootta dandeettii qabaniif carraa gaarii tahuu himan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Yunivarsiitiin Wallaggaa Mana-barnootaa Bultii Addaa Barattoota Ciccimoo Itti Simatu Banuuf Jedha