Ogeeyyiin Fayyaa Finfinnee Keessaa 48 Tajaajila Fayyaa Kennuuf Bakka Waraansi Itti Geggeessamaa Jirutti Imalan  

Ogeeyyiin Fayyaa Finfinnee Keessaa 48 Tajaajila Fayyaa Kennuuf Bakka Waraansi Itti Geggeessamaa Jirutti Imalan  

Ogeeyyiin Fayyaa 48 tarkaanfii waraanaa mootummaan naannoo Tigraayirratt fudhachaa jiru oguma isaaniitiin deeggaruuf jecha har’a gara bakka raayyaa ittisa biyyaatif deeggarsa kennaniitti imalaniiru.

Itti-aantuu kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee ogeeyyiin fayyaa raayyaa ittisaatiif deeggarsa ogummaa fayyaa gochuuf murteessuu isaanii galateeffatanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ogeeyyiin Fayyaa Finfinnee Keessaa 48 Tajaajila Fayyaa Kennuuf Bakka Waraansi Itti Geggeessamaa Jirutti Imalan