Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hooggansii fi Jiraattonni Finfinnee Muraasni Har’a Deggersa Raayyaa Ittisaaf Dhiiga Arjooman 


Namoota dhiiga arjooman, Staadiyemii Finfinnee, Sadaasa 13, 2020
Namoota dhiiga arjooman, Staadiyemii Finfinnee, Sadaasa 13, 2020

Raayyaa ittisaa dirqama irra jiruuf, dhiiga arjoomuu dabalatee deggersi adda addaa ka taasisamaafii jiru tahuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee ibsee jira.

Hooggansi fi jiraattotni magaalichaa muraasni kutaalee magaalaa 11 keessaa walitti bahuun har’a Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman. Kantiibaa Itti aantuun magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee sagantaa kana irratti haasawa dhageessisaniin Raayyaa Ittisaa birmadummaa biyyaatiif wareegama kaffalaa jiru tumsuun dirqamaa, jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

XS
SM
MD
LG