Xurree ittiin seenan

Breaking News

Joo Baaydin Amerikaa Miseensummaa Jaarmyaa Fayyaa Addunyaatti Deebisu Abdii Jedhu Qabna: WHO


Hogganaa Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Dr. Tedroos Adhaanoom
Hogganaa Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Dr. Tedroos Adhaanoom

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa gumii isaa 73ffaa Wiixata darbee kaasee torban tokkoof gaggeessaa jira. Hojii gaarii Neersoonni waliigalaa akkasumas deesiiftuu ta'aniin hojjatameef galanni kan dhiyaateefi jira.

Biyyonni hundumtuu walitti dhufuun weerara dhukkuba Koviid-19 injifachuu akka qaban hogganaan Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Dr. Tedroos Adhaanoom hubachisanii jiru.

Amerikaan jaarmayaa kana irraa maallaqa dhaabuu fi keessaa ba'uuf murteessuu ishee Joo Baaydiin keessa deebi'anii ilaaluu abdii jedhu qaba jaarmayaan fayyaa addunyaa.

Gabaasa Lisaa Shelaayin Jenevaa irraa ergiite Jaallanneetu dhiyeessa.

Joo Baaydin Amerikaa Miseensummaa Jaarmyaa Fayyaatti Addunyaatti Deebisu Abdii Jedhu Qabna: WHO
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00


XS
SM
MD
LG