Hordoftoonni Amantii Kirstaanaa Ayyaana Dhalata Gooftaa Yesuus Har’a Kabajanii Oolan

  • Tuujubee Horaa

Guyyaa har’a hordoftoonni amantii kirstaanaa addunyaa garaa garaa keessa jiran ayyaana dhalata Gooftaa Yesuus ykn Christmas kabaju.

Nutis ayyaana kana sababeeffachuu dhaan bakka adda addaatti bilbiluun namoota dubbisnee jirra.

Your browser doesn’t support HTML5

Hordoftoonni Amantii Kirstaanaa Ayyaana Dhalata Gooftaa Yesuus Har’a Kabajanii Oolan