Mormitoonnii fi Angawoonni Mootummaa Waayee Ajjeechaa Itoophiyaa Keessaa Maal Jedhu?

  • Jaallannee Gammadaa

Sirna awwaalcha barsiisaa Dinqaa Caalaa irratti firrii fi ollaan oggaa boohan, Holonkommii, Oromiyaa, 2015

Humnoonni naga-eegumsaa Mootummaa – uummata Itiyoophiyaa naamusa-qabeessa ta’e irratti dhukaasu – kanneen jedhan – mormitoonni, kanatti kan gaafatamu hoogganoota siyaasaa mootummaa ta’uu hubachiisan.

“Gaaffiilee akkasii kanneen kaasan, kanneen sochiiin shororkeessummaa sun to’annaa jala oolfamuun itti hin tolle” – jedha – Mootummaan Itiyoophiyaa immoo.

Sochiilee mormii naannoolee Itiyoophiyaa adda addaatti geggeessame irratti tarkaanfiilee fudhatamanii fi namoota ajjeesaman ilaalchisee, gama adda addaan dubbiin itti fufee jira. Gabaasaa Eskindir Firew --- Jaallannee tu dhiheessa.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadha

Your browser doesn’t support HTML5

Mormitoonnii fi Angawoonni Mootummaa Waayee Ajjeechaa Itoophiyaa Keessaa Maal Jedhu