Ayyaana Irreechaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ayyaana Irreechaa

Kabajni ayyaana Irreechaa bara kana kan sadarkaa guddina oromoon irra geette agarsiisee jedhame.

Ayyaani irreechaa Bishooftuu Hora Har-Sadiitti kaleessa haala ho'aan kabajamee jira. saboonii fi sablamooni garagaraas haala kana dura irraa adda ta'een qooda irratti fudhatanii jiru.

Walarkaa fudhiins angoo Gadaa Tuulamaas Abbaa Gadaa Birmajii Bayyana Sanbatuu irraa Abbaa Gadaa Meelbaa Goobana Holaa Irreesootti cehee jira.

Muktaar Jamaala sirnicha hordofee waan qindeessa qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Ayyaana Irreechaa