Obbo Baqqalaa Garbaa Mirga Wabii Dhorkaman

  • Jaallannee Gammadaa

Baqqalaa Garbaa, ittti aanaa dura ta'aa KFO. Istuudiyoo 'NPR' Waashingtan Diisitti argamuutti gaafii fi deebii oggaa godhu, Hagayya, 2015

Obbo Baqqalaa Garbaa mirgi wabiin ba’uu akka kabajamuuf abukaatoonni isaanii iyyata galfachuun ni yaadatama. Abbaan alangaa immoo gaaffii dhiyaateef deebii isaa har’a dhiyeessee jira. Abukaatoo obbo Baqqalaa Garbaa kan ta’an obbo Abduljabbaar Hussen haala jiru VOAf ibsaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Obbo Baqqalaa Garbaa Mirga Wabii Dhorkaman