Beenishaangul Gumuz Irraa Namoota Kuma Dhibbaa Olitu Buqahe Jedhame

Namooni Naannoo Beenishaangul Gumuz irra buqa'anii wallaga qubatan kuma dhibbaa tokkoo fi kuma torbaatamaa ol ta'uu isaaniI Komishiiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksisee jira.

Buqqaatonni haala qubsumaa amma irra jiraniin rakkoon jabaan akka isaan mudataa jiruu fi wantoonni jireenyaaf barbaachisan hedduun akka isaaniif hin guutiin dubbataa jiru. Qaamni mootumaas hanqinni jedhame dhuguma ka mul’atu tahuu mirkaneesse.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Beenishaangul Gumuz Irraa Namoota Kuma Dhibbaa Olitu Buqahe Jedhame