Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hirira Mormii Lixa Oromiyaa fi Yaada Qaamolee Dhimmi ilaaluu


Tibbaa kana Lixa Oromiyaa Godinoota Wallagga Lixaa Wallaga Bahaa fi Qeellam Wallagatti hiriirri ormiii geggeefamee jira. kaneen hiriira kana irratti hirmaataniif jiraattoni naannichaa mata duree hiriira kanaa gaafii rakkolee bulchiinsa gaariif bu'uuralee misooma haala qabatamaa naanno isaaniin kan kaasan yoo ta'uu sagaleen bakka hundaa haala wal fakaatuun dhagahamu sochii mootumaan Waraana Addaa Bilisumaa Oromoo humnaan hiikachiisuuf deemu ni mormina kan jedhuudha.

Hayyu dureen ABO Obboo Daawud Ibsaa rakkon kun kan mudate mootumaan waliigaltee cabsee waraana nutti labsee nu danqe jedhu. Preezdantiin Mootumaa Naannoo Oromiyaa Obboo Lammaa Magarsaa Turtii hardha OBN waliin taasisaniin ammoo humni maqaa waraana ABOn socho'u akka harka isaa sasaabatu akeekachiisanii jiru.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

Hirira Mormii Lixa Oromiyaa fi Yaada Qaamolee Dhimmi ilaaluu
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:26 0:00

XS
SM
MD
LG