Dhimma Leenjii Hidhannoo Riizortii Soodaree Keessaa

Qajeelcha Poolisii Godina Shawaa Bahaa

Kan Poolisiin Shawaa Bahaa Hoteela Riizortii Soodarreetti Namoota Seera-ala Leenjii Hidhammoo Fudhatan Qabadhe Jedhu, Bulchiinsi Sodarree fi Qaamani Jara Bobbaasemmee Ammoo Waan Seeraa Ala Hojjenne Hin Jiru, Jedhan

Qajeelchi poolisii Godina Shawaa Bahaa qaamolee seraan ala leenjii hidhannoo Hoteela Rizooltii Sidaree keessatti kenna jiran tohanaa jala oolche, jedha.

Hoteela Rizooltii Sidaree fi Dhabbani Hojii eeggumsaa Foolle ammoo gama isaaniitiin, Waardiyoota waligalteen qaxaramaniif leenjii hubannaa keenna jirra malee wanni baleessine hin jiru, namoonni keenna seraan ala hidhaman, kanaafis ragaa qabna jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhimma Leenjii Hidhannoo Riizortii Soodaree Keessaa