Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni KFO Lagannaa Nyaataa Dhaaban


Faayilii - Obboo Baqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mohammad mana murtii Lidataa yeroo seenan, Adoolessa 16, 2020
Faayilii - Obboo Baqalaa Garbaa fi Obboo Jawaar Mohammad mana murtii Lidataa yeroo seenan, Adoolessa 16, 2020

Guyyota afurtamaaf laganaa nyaatarra akka turan kan himamu Obboo Jawaar Muhaammadi fi Obbo Baqqalaa Garbaa faa kadhaa fi marii olaana manguddooni taasisaniin lagannicha nyaata dhaabuun isaani himamee jira.

Namoota kanneen gama sirna nyaataa idileetti deebisuun rakkoo waan qabaatuuf hordoffiin cimaan akka taasifamaafi jiru haakimoonni isaani dubbatan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Hoogganoonni Siyaasaa KFO Lagannaa Nyaataa Dhaaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:31 0:00


XS
SM
MD
LG