Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministriin Dantaa Alaa Itiyoophiyaa Haala Tigraay Keessaa Ambaasaadarootaaf Ibsa kenne


Itti aanaa Mummicha ministeeraa fi ministeera haajaa alaa Itiyoophiyaa kan ta'an Obbo Dammaqaa Mokonnon Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa gola naga eegumsaa ta'an kudha shaniif akkasumas diploomaatotaaf ihar'a Finfinnee walitti qabuun haala Tigraay keessaa irratti bsa kennanii jiru.

Ibsii kennamee kunis gargaarsa dhala namaa Tigraay keessaa, deebisanii dhaabuu fi dhiittaa mirga namooaa achitti gaggeeffame jedhame of keessaa qaba..

Gabaasa Iskiindir Frew Finfinnee irraa erge caqasaa

Ministriin Dantaa Alaa Itiyoophiyaa Haala Tigraay Keessaa Ambaasaadarootaaf Ibsa kenne
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:51 0:00


XS
SM
MD
LG