Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Filanno Keessaa Nu Dhiibaa Jira: KFO


Paartiin Koongireensii Fedeeralawaa Oromoo KFO Filannoo Biyyaalessaa 6ffaa irratti akka hirmaatuuf Mootummaan rakkoolee paarticha mudataa jiru jedhe akka furuuf gaafate.

Dura ta'aan Paartichaa Piroofeesar Mararaa Guddinaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf akka ibsanitti Mootummaan filannoo keessaa nu dhiibaa jira jedhan.

Paartiin biyya bulchaa jiru paartiin Badhaadhinaa ammoo komii KFO’n kaasaa jiru Duula maqa balleessiiti jechuun fudhatama dhorkate.

Mootummaan Filanno Keessaa Nu Dhiibaa Jira: KFO
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:20 0:00


XS
SM
MD
LG