Gareen Mirga Dhala Namaaf Falmu Gabaasa Waggaa Baase

  • VOA

Gareen Mirga Dhala Namaaf Falmu Gabaasa Waggaa Baase

Amneestii Internaashinaal har’a Naayroobii keessatti ibsa baaseen ardii Afrikaa keessatti abbaa irrummaa fi walitti bu’insaa hammaachuu fi kanneen hiriira ba’an irratti tarkaanfiin fudhatamu dabalaa adeemu ibse.Muddamsii siyaasaa cunqursaa fi loogii godaantoota irratti gaggeeffamaa jiru kabajamuu mirga dhala namaa irratti sodaa uumanii akka hjiran hubachiise.Biyyoota Kanaan maqaa dhahaman keessa Buruundii, Ertraa fi Itiyoophiyaan jiru.

Gabaasaa guutuu kana tuquun caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen Mirga Dhala Namaaf Falmu Gabaasa Waggaa Baase