Hiriira Deggersa Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa

Sirna deegarsa raayaa ittisaa, Finfinnee, Sadaasa17, 2020

Hiriirri Deggersa Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa Finfninneetti Geggeessame

Raayyaa ittisaa deggeruuf hiriirawwan har’a magaalaalee Itiyoophiyaa adda addaatti geggeessamaa jiran. Akkuma duraan oduu keessatti dhageessan magalaalee akka Finfinnee, Desee, Hwaasaa, Adaamaa fi Adaamaa keessatti geggessaman hiriirawwan deggersaa kun.

Hiriirri Deggersa Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa Adaamaatti Geggeessame

Raayyaa ittisaa deggeruuf hiriirawwan har’a magaalaalee Itiyoophiyaa adda addaatti geggeessamaa jiran. Humni Adda Bilisummaa Ummata Tigiraay, ABUT, afaan jaalalaa fi araaraan itti dubbanaan waan galuufii dideef afaan lolaatiin deebii kennuufi diriqamne jedhan Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa, Obboo Shimalis Abdiisaa.

Gabaasa Finfinnee fi Adaamaa irraa nuu ergame caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Hiriirri Deggersa Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa Finfninneetti Geggeessame