Oromoonni Naanoo Waashingitan Diisii Ayyaana Irreecha Baranaa Gaddaan Aguggamanee Dabarsine Jedhan

Faayilii - Kabaja Ayyaana Irreechaa naannoo Diisii, Hora Artemensiaa, Meerilaand

Oromoonni biyyaa bahanii biyyoota adda addaa jiratan baayyeen, guyyaan isaa adda adda haata’u malee, bakkuma jiranitti Irreechaa Birraa barumaanuu haala o’aadhan kabajan.

Haawaasni oromoo as naanoo Diisiiis ayyaana baranaa akkuma duriiti kabajuudha karoorfataniis haala Irreechaa biyyaa irratti ummameen gaddi guddaan itti dhagahaamuu fi guyyicha namoota Bishooftu Hora Arsadeetti lubbuu isaanii dhaban yaadachuudhan dabarsuu isaanii dubbatan.

Hora Goina meerilaaitti argamuu, lake Artemensia jedhamu, han oggota dheeraadha bakka irreechaa itti geggeefamutti namoota argaman keessaa amma tokko dubisneerra.

Gabaasa guutuu kana cuqaasudhaan dhaggeeffadhaa