Itiyoophiyaan Talaalii Kovid 19 Kennuu Jalqabde  

(suuraa faayilii)

Itiyoophiyaan talaallii Covid 19 kennaa jirti.Talaallii kana Sanbata darbe Bitootessa 4 bara 2013 akka biyyaatti ogeeyyii fayyaatiif kennuudhaan ture Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa kan jalqabsiise.

Naannoleen hundii fi bulchiinsi magaalota lammeen bifa wal fakkaatuun talaallii kana kennuu eegaluu isaanii Deetaan Ministira Fayyaa Dr.Darajee Dhugumaa ibsaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Talaalii Kovid 19 Kennuu Jalqabde