KFOn Ajjeechaa fi Miidhaaleen Itiyoophiyaa Bakka Adda Addaatti Raaw'ataman Akka Qaama Walaban Qorataman Gaafate 

Dr. Mararaa Guddinaa

Itiyoophiyaa bakka garagaraatti ajjechaa lammillee irratti raaw’atamaa jiru, qabeenya barbadaa'a jiru, lammillee buqqa'aanii fi rakkoon naageenyaa mudaacha jiran irratti qamaa walabaan qornnaan akka geggeessamu Kongireensiin Federaalawaa Oromoo gaafatee jira.

Rakkoo biyyaatti mudate jiru fuuruuf paartiin biyyaa bulcha jiru, paartileen morkattootaa fi lammilleen hundii waltumsuun irraatti hirmachuu qabu, jedhan dura ta'aan paarticha piroofessar Maraara Guddinaa.

Ka taayitaa mootummaa harkaa qabu, paartiin Badhaadhinaas, deebii gama isaa kennee jiraa.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

KFOn Ajjeechaa fi Miidhaaleen Itiyoophiyaa Bakka Adda Addaatti Raaw'ataman Akka Qaama Walaban Qorataman Gaafate