WAASHINGITAN, DIISII —
Looltoonni Ertraa bulchiinsa naannoo Tigraay anaa Iroob keessatti namoota nagaa jiraatan 63 ajjeesanii manneen jireenyaa 58 gubuu isaanii Jaarmayaan mirga uummata Iroobiif dhabachuu isaa dubbatu ibsee jira.
Jiraattoota keessaas, kannen ijaan argiinee jedhan dubbatanii jiru.
Gabaasaa Guutuu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
Loltoonni Ertiraa Tigiraay, Aanaa Iroob Keessatti Ajjeechaa fi Saaminsa Raaw’atan Jedhame