Mootumaan Itiyoophiyaa Tigraay keessatti duula waraanaa akka hin geggeessine beeksise. Hoogganaan tajaajila kominikeeshinii mootummaa Leggesee Tulluu akka jedhanitti, humnoonni Itiyoophiyaa bakkuma jiran akka turan ajajamaniiru.
SEE ALSO: Waajirri Mummicha Ministeera Itiyoophiyaa Haala Yeroo Irratti Ibsa KenneMinisteerri dhimmootii alaa Reedwaan Huseen kaleessa diplomaatota alaaf ibsa kennaniin akka jedhanitti mootummaan Tigraay keessatti duula waraanaa geggeessuuf fedhii hin qabu.
Utuu nuti duula kana geggeessinee maal uumamuu akka danda’u tilmaamuu dandeessu. Of eeggannoof jecha, jarri boodatti deebinaan attamiin duula waraanaa akka dhaabu itti yaadaa jira jechuu dhaan obbo Reedwaan ibsaniiru jedha gabaasi Kenedii Abaate
SEE ALSO: Haala Itiyoophiyaa Ilaalchisee Ministrii Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Ibsa kennee Jira