Namoonni Ajjeefamanii Argamuun Yaadoo Nagenyaa Nutti Uume: Jiraatota Hawaasaa

Bulchiinsa Uummatoota Kibbaa magaalaa Hawaasa keessatti tibba kana namooni ajeefama argamuun yaaddo nageenya uumuu isaa jiraattoni dubbatanii jiran.

Polisiin magaalatti haala kanaan namooni lama ajeefamanii argamuu ibsee shakamtoota tohannaa jala oolchee ka qorachaa jiru tahuu beeksisee jira. Gabaasaa Muktaar Jamaal dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoonni Ajjeefamanii Argamuun Yaadoo Nagenyaa Nutti Uume: Jiraatota Hawaasaa