Oromiyaatti Waa’een Qulbullina Barnootaa Dhimma Ijoo Tahuun Ibsame 

Oromiyaatti Waa’een Qulbullina Barnootaa Dhimma Ijoo Tahuun Ibsame 

Mootummaan Naannoo Oromiyaa bara 2013 akka Lakkoobsa Itiyoophiyaatti naannicha keessatti manneen barnootaa pirojeektii “Ifa Booruu” jedhuun ijaarsiisaa ture bara kana, bara 2014tti hojii akka jalqaban Biiroo Barnoota Oromiyaati itti aanaa hoogganaa kan ta’an Obbo Efireem Tasammaa Sagalee Ameerikaaf Himaniiru

Qulqullinni barnootaa naannicha keessatti gadi bu’uun yeroodhaaa yerootti kan himamu yommuu ta’u Ijaraamuun manneen barnootaa kun kutannoo Mootummaan naannichaa qulqllina barnootaa mirkaneessuuf qabus agarsiisa jedhan Obbo Efreem.

Yuunivarsiitii Kotobee Metiroopolitiyaaniitti barsiisaa fi dareektara dhimma Akkaadaamii barsiisootaa kan ta’an Doktor Malkaamuu fi Yuniivarsiitii Finfinneetti barsiisaa kan ta’an Doktor Firdiisaa Jabeessaa immoo, mana barnootaa ijaarsisuun qofti gahaa miti, jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Oromiyaatti Waa’een Qulbullina Barnootaa Dhimma Ijoo Tahuun Ibsame