Sagantaan Tola-ooltummaa Biyyoolessaa Itiyoophiyaa Kaleessa Finfinneetti Geggeessame

Sagantaan Tola-ooltummaa Biyyoolessaa Itiyoophiyaa Kaleessa Finfinneetti Geggeessame

Ministirii Nagaatiin kan qopheessame sagantaan hawaasa tola-ooltummaa biyyaalessaa kaleessa galma Gamtaa Afrikaatti geggeessamee jira.

Kan qophii sana irratti argaman – muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa, Abiyyi Ahimed.“ lammiwwan biyyaa haala ofittummaa irraa adda taheen tola-ooltummaatti hirmaachuu qaban,” jechuun waamicha dhiheessan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Sagantaan Tola-ooltummaa Biyyoolessaa Itiyoophiyaa Kaleessa Finfinneetti Geggeessame