Yaadawan Namoonni Uggura Viizaa Yunaayitid Isteetis Aangawoota Itiyoophiyaa fi Ertiraa Irra Keesse Ilaachisee Kennan 

Faayilii - Buufata baaburaa Finfinnee keessaa

Yunaayitid Iteetis, aangawoota Itiyoophiyaa fi Ertiraa waraansa baatii jahaa Tigiraay keessatti geggeessame hammeessuutti balaaleffataman, kanneen hookkaricha dhaabsisuuf tarkaanfiilee hiikkaa qabu hin fudhatiin ittiin jette irra kaleessa uggura Viizaa kaa’uu ishee beeksitee jirti.

Jiraattotni Finfinnee tokko tokko uggurichi madaalawaadha ka jedhan yoo tahu kaan immoo uggura kaa’uun gochaa sirrii miti jedhan. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Yaadawan Namoonni Uggura Viizaa Yunaayitid Isteetis Aangawoota Itiyoophiyaa fi Ertiraa Irra Keesse Ilaachisee Kennan