Walga’ii Paartii Mootummaa fi Mormitootaa Marsaa Afuraffaa

  • Namoo Daandii

Faayilii - Irreechaa Bishooftuu bara 2016

Walga’iin paartii taayitaa mootummaa harkaa qabu – Ehaadegii fi paartiilee mormitootaa gidduutti jalqabame, har’a marsaa afuraffaaf geggeessamee jira. Haasawa paartiilee gam-lameenii kana eenyu akka hoogganuu fi eenyu akka irratti argamu amma illee hin muroofne – jedhu – mormitoonni walga’ii har’aatti hirmaatan. Miseensa Koree Hoji-geggeessituu Koongiresa Federaalawa Oromoo – Obbo Xurunee Gamtaa Finfinneetti bilbilee dubbiseen jira.

Kana cuqaasuun gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Walga’ii Paartii Mootummaa fi Mormitootaa Marsaa Afuraffaa