Walitti Bu'iinsa Hawaasaa fi Walaayitaa Keessatti Uummame

  • VOA

Naannoo Sabaaf Sablamootaa fi Uumattoota Kibbaa magaala Hawaasaa, akkasumas Walaayitaa keessatti walitti bu’iina tibbana uummameen namaa fi qabeenyarra midhaan gahuu jiraattonni Sagaleen Ameerikaa dubbise beeksisan.

Gabaasni an Tsiyoon Girmaati, Tigist Gameetu dhiheessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti Bu'iinsa Hawaasaa fi Walaayitaa Keessatti Uummame