Xurree ittiin seenan

Hiriirri Hawaasa Oromoo, Afaari fi Hawasaalee Itoophiyaa Kaan Hirmaachise Beeljiyamitti Gegeeffame


Hiriira harra Brasulsitti geggeeffame, Beeljiyem, Onkoloolessa 13, 2016

Hiriira harra Brasulsitti geggeeffame, Beeljiyem, Onkoloolessa 13, 2016

Dhummiinsa ayyanaa Irreechaa irratti gaheen gadda itti dhagahamee ibsaachuu akkasumas dhabbanni Komishinii Awroopaa mootummaa Itoophiyaa irratti dhibbaa akka godhu gafachuu dhaa guyyaa harraa haawaasnnii Oromoo fi hawaassni Itoophiyaa kaan wajjin ta'uudhan hiriira nagahaa Beeljiyem magala Brazulsitti geggeessanii jiru. Qopheesitoota hiriirichaa keessaa tokko han ta’an dura ta’aa hawaasa oromoo Beeljiyem, Obboo Yaayyaa Abdallaa dubbisnee jira.

Gaafii fi deebii godhame dhaggeeffachuudha kana cuqaasa

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG