Xurree ittiin seenan

Breaking News

Finfinneetti Tuullaan Kosii Jigee Lubbuu Hedduu Galaafate


Finfinneetti Tuullaan Kosii Jigee Lubbuu Hedduu Galaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00

Finfinneetti Tuullaan Kosii Jigee Lubbuu Hedduu Galaafate

Aadaan gandi Qoshee jedhamee waamamu Finfinnee kibba gama dhiyaatti kutaa magaalaa Kolfe Qaraaniyoo aanaa tokko keessatti argama. Waggoota hedduuf kan walitti qabame tuullaan kosii magaalattii Bitootessa 2 bara 2009 galgala keessaa naannoo sa’aatii lamaa sababaa hanga yoonaa hin beekamniin jigee lubbuun namoota 65 dubartoota 45 fid dhiira 20 dhumuu isaaf lakkoobsi kun dabalaa deema sodaa jedhu uumee jira.

Finfinneetti Tuullaan Kosii Jigee Lubbuu Hedduu Galaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00

Waajjira kominikeeshinii mootummaa maqaa dha’uu dhaan TV mootummaa oduu isaa waaree booda sa’a tokko irratti akka ibsetti lakkoobsa kana kan mirkaneesse yoo ta’u VOAn bakka sanatti argamee poolisii irraa ragaa wal fakkaatu argachuuf yaaliin godhe poolisiin walii galtee waan hin agasiisiniif itti hin milkoofne.

Namoonni naannoo sana akka jedhanitti balaa Kanaan miidhaa dhaqqabu tilmaamuun rakkisaa dha.

Tuuolaa kosii sana nama itti dhiyaatee ilaaleef gama inni jigeen dachii bal’inaan cabee fottoqetu argama. Namoonni naannoo sana turan kunuu yaaddoo tokko jedhu.

Mootummaan mala ofii isaa dha’uu qaba.

Kosiin naannoo Qoshee jedhamutti tuulamuu erga jalqabee waggoota 40 ol ta’uu madden hangi tokko tuqaniiru.

Finfinneetti Tuullaan Kosii Jigee Lubbuu Hedduu Galaafate
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:34 0:00

XS
SM
MD
LG