Xurree ittiin seenan

Breaking News

Traamp Ededi Meeksiikoo Ni Ijaarama Garuu Falmiin Bajata Isaaf Jiru Haa Turu Jedhan

FILE - In this June 13, 2013, photo, hands from Daniel Zambrano of Tijuana, Mexico, hold on to the bars that make up the border wall separating the U.S. and Mexico as the border meets the Pacific Ocean in San Diego.

Prezidaantiin US Doonaald Traamp har’a koolu galtummaa seeraan alaa ittisuuf jecha daangaa Meeksikoo irratti ededa kan ijaaran ta’uu irra deebi’uun dhaadatan.

Kana kan dubbatan falmii maallaqa ijaarsa kana ilaalchisee ba’u hanga xumura waggaa kanaatti akka dheeratu godhanii jiru. Kanas torban kana hojiin mootummaa tarii sababaa bajataan dhaabachuu malu ittisuuf jecha.

Sabaa himaaleen kijiban ejjennoo koo jijjiiruu kan isaan gabaasan hin eeyaminaa jedhan Traamp. Ededi sun dawaa sammuu adoochu, nama seeraan ala deddeebsiuu dhaabsisuuf ni ijaarama jechuu dhaan Twitter irratti yaada maxxansaniin beeksisaniiru.

Kaleessa immoo garee gaazexeessota safuutti cichaniif white House keessatti ibsa kennaniin maallaqa ededa kana ijaaruuf ba’u kan doolaara biliyoona 20tti tilmaamamu ilaalchisee falmii jiru hanga baatii Fulbaanaatti akka turan illee ibsanii jiran.

XS
SM
MD
LG