Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhiitaa Mirga Dhala Namaa Itoophiyaa Keessaa Laalchisee Wixineen Seeraa Miseensonni Mana Maree Yunaaytid Isteets Dhiheessan Koree Dhimmoota Biyyoota Alaatiin Fudhatama Argate


Itoophiyaa keessatti akkaatan qabiinsa mirga dhala namaa akka fooya'u gochuu irratti an xiyyeeffate wixineen seeraa miseensonni mana maree Yunaaytid Isteets dhiheessan mana guutuudhaa akka dhihaatu fi sagaleen irratti kennamu koreen dhimmoota biyyoota alaa waligalteera gahe.

XS
SM
MD
LG