Xurree ittiin seenan

Konfraansiin Waldaa Qorannoo Oromoo Washington DC-tti Guyyoota Lamaa Geggeeffamaa Ture Xumurameera

  • VOA

Konfraansiin Waldaa Qorannoo Oromoo Washington DC-tti Guyyoota Lamaa Geggeeffamaa Ture Xumurameera

Konfraansiin Waldaa Qorannoo Oromoo /OSA inni 31ffaan jimaata Adoolessa 28-30 bara 2017 as Washington DC galma Universitii George Washington keessatti geggeeffamee xumurameera.

Konfiraansii OSA baranaa kana irratti dhimmi ijoon waraqaa qorannoon irratti dhiyaate seera Gadaa, Gadaa Jaarraa 21ffaa waliin wal simsiisuu fi gulantaa lammaffaa irratti immoo ga’ee fi hirmaannaa dubartoonni sirna Gadaa keessaa qabaatan kan jedhu tuqameera.

Waggaa tokkoon darbe kan OSA hoogganaa turan professor Izqieel Gabbisaa haasofsiisuun Nigusuun gabaasa addaa qopheesseera.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG