Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsi Traamp Lola Afgaanistaan Ilaalchisuun Tarsiimoo Haaraa Qopheessaan Jira Jedha


Bulchiinsi Prezidaant Doonaald Traamp waraana waggoota 16f ture kan Afgaanistaaniif tarsiimoo haaraa qopheessaa kan jiru ta’uu ministriin ittisaa James mattis beeksisan.

Traamp har’a ennaa itti aanaa isaanii Mike Pence fi garee naga eegumsa biyyoolessaa ofii waliin bakka bashannana prezidaantii Camp David-tti wal ga’an yaadawwan hedduun dhiyaatanii jiru.

Mattis Washington keessatti tuuta oduuf ibsa kennaniin akka jedhanitti murtii irra ga’uutti dhiyaannee jirra. Yeroo dhiyoo hojii irra oola jedheen yaada jedhan.

Waa’ee tarsiimoo haaraa lola Afgaanistaan keessaa kanaa Mattis ibsa bal’aa kennan hin qaban.

XS
SM
MD
LG