Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatni Riphxee-Loltootaa Kolombiyaa Qabsoo Hidhannoo Dhiisee Siyaasaa Siiviliitin Qabsoo Akka Itti Fufu Beeksise


Faayilii- Loltuu FARC
Faayilii- Loltuu FARC

Kolombiyaa keessatti, dhaabbatni riphxee-loltootaa Markisistii duraanii – FARC – qabsoo hidhannoo dhiisuudhaan, maqaa haarawa baafachuudhaan akka paartii siyaasaa Siiviliitti ka qabsoo itti fufu tahuu beeksisee jira.

Gurmuun kun, miseensota dhibba sagal tahan wajjiin walga’ii torban tokkoof turu eega geggeeffatee booda, sagalee wayyabaa guddaadhaan daandii qabsoo isaa fuul-duraa kana murteeffate – jedhama.

Tahus garuu, gurmuun waggoota shantamaa ol biyyattii keessatti qabsoo geggeessaa ture, bara dabre, mootummaa biyyattii waliin araara mallatteessuu isaa dura, bifa warraaqsummaa qabsoo isaa kan qabatee turu tahuu beeksisee ture.

XS
SM
MD
LG