Xurree ittiin seenan

Obomboleettiin jabaan qilleensa makate Robii har’a Portorikoo gama bahaa kan dhahee yoo ta’u akkaan balaa hamaa kan dhaqqabsisuu danda’uu ta’u kanneen qilleensa raagan ibsanii jiru.

Waaltaan qorannaa obomboleettii kan Yunaaytid Isteetes akka jedhutti Obomboleettiin moggaafa maqaa Mariyaa jedhamuun waamamtu kun humna guddaa kan qabdu aritiin ittiin ganama har’a figaa jiru sa’atii tokko keessatti kiloo meetra 240 ta’u beekamee jira.

Roobii hamaan makate loolaan bishaanii guutee lubbuu namaaf kan sodaachisu yoo ta’u laftii akka citee garagaluu gochuu mala sodaa jedhutu jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG