Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirnii fi Qondaalonni Dararaa Geggeessan Hin Jijjiiraman Taanaan Manni Qorannaa Maa’ikelaawii Cufamuun Qofti Furmaata Hin Ta’u, Jedha Dargaggoon Dur Achitti Hidhame


Map of Ethiopia
Map of Ethiopia

Mootummaan Itiyoophiyaa, namoota siyaasaa hidhamanii jiran hiikuuf akka jiru fi mana hidhaa Maa’ikelaawii akka cufu ibsa kennuun isaa ni yaadatama. Bara 2006 mana-hidhaa Maa’ikelaawii qabamee mana hidhaa Maa’ikelaawii keessatti akka dararamaa ture ka dubbatu – dargaggoo Lammii Beenyaa waa’ee ibsa mootummaa kanaa fi jireenya inni mana hidhaa keessatti dabarse irratti haasofsiisee jira. Manni hidhaa gara waggoota 27f lammiwwan Oromoo fi lammiwwan biyyattii ka birootiif iddoo dararaa fi gidiraa tahee jiraate cufamuun waan gaarii dha. Garuu, kan sana bakka buusamu manni dararaa ka biraan magaalaa Finfinnee, bulchiinsa Aqaaqii, Kondomiiniyeemii Galaan biratti ijaaramaa jira. Sirnii fi qondaalonni isaa dararaa geggeessan hin jijjiiraman taanaan, manni cufamuun faayidaa hin qabu, jedha. Dhaggeeffadhaa .

Sirnii fi Qondaalonni Dararaa Geggeessan Hin Jijjiiraman Taanaan Manni Qorannaa Maa’ikelaawii Cufamuun Qofti Furmaata Hin Ta’u, Jedha Dargaggoon Dur Achitti Hidhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:21 0:00


XS
SM
MD
LG