Xurree ittiin seenan

Jechoonni Tiraamp Biyoota Afrikaa, Heeytii fi El Salvadoor Ibsuuf 'Fayyadaman' Jedhame Komii Jabaa Kaasise

  • VOA

Marii waayee seera immigireeshiniitin wal-qabatee geggeeffamaa ture irratti kaleessa Piireezdaantin Yunaaytis Isteets Doonald Traamp biyyoota Afrikaa, Heeytii fi Al Salvadoorii laachisee jechaa badaa faayaadaman jedhamuun komaatamaa jiran. Jibbiinsaa fi tuffii haala mullisuun, “biyyoota gadhee fi an iyyummaan luqqise” jedhan jedhamee ibsamus,Traamp garuu jechoota ciccimoo fayyadamuu malee ‘ani kana hin jenne’ jechuudhan haalan.

Gabsaasa gutuu dhaggeefadhaa.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG