Xurree ittiin seenan

Breaking News

Labsii Yeroo Atattamaa Laalchisee Xiinxala Hayyuu Seeraa


Dr. Awwol Alloo, Hayyuu Seeraa
Dr. Awwol Alloo, Hayyuu Seeraa

"Labsiin yeroo atattamaa labsame ija seeraatin hoo lallame barbaachisaa hin ture”

Mootummmaan Itoophiyaa oggaa lama keessatti yeroo lama labsii yeroo atattamaa labsuun rakkinni siyaasaa biyyattiin keessa jirtu hammaachaa dhufuurraa ta’uu qaamoonni gara garaa dubbachaa jiran.


Labsiin bara 2016 labsamee ture ji’oota kudhaniif turuun hin yaadatama. Jimaata darbe, Guraandhala 16 bara 2018 immoo labsiin ji’oota jahaaf hojiirra oolu guutummaa biyyattiitti labsamuu mootummaa irraa ibsi kennameera.

Heerri biyyatti waayee labsii akkanaa kana maal jedha? Labsiin rakkinoota muudatan furuuf hiikoo ta'a?

Gaafiiwwan kanaa deebii argachuuf hayyuu seeraa iyyaafanne.

"Labsiin yeroo atattamaa labsame ija seeraatin hoo lallame barbaachisaa hin ture,” jedhan Yunversiiiiti biyya Ingiliziitti argamu Keelittii barsiisaa an ta'an,hayyuun seeraa, Dr. Awwal Aloo.

Marii hayyuu seeraa wajjin godhame caqasaa

Labsii Yeroo Atattamaa Laalchisee Xiinxala Hayyuu Seeraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:48 0:00

XS
SM
MD
LG