Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qophii Addaa Kan Labsii Yeroo Hatattamaa Laalchisuudhan Qophaahee


Embaasiin Ameerikaa labsii yeroo hatattamaa Itoophiyaa mormuudhan ibsa baaseera

Manni maree ministeerotaa Itiyoopiyaa wal ga’ii ariifachiisaa Jimaata kaleessa geggeessen, “heeraa fi sirna heeraa balaarraa oolchuuf “ jechuudhan labsii yeroo hatattamaa kaleessumaa qabee hojiirra oole biyyattii keessatti labsuun hin yaadatama.

Ibsi gaazexeessotaaf kenname "Ibsa mana maree nageenya biyyoolessaa irraa" kenname yoo jedhu ibsa sana kan kennan ministeera ittisaa fi itti gaafatamaa waajjirichaa obbo Siiraaj Fargeessaa ti. Labsicha hojii irra oolchuuf illee waaltaan ajajaa ykn komaandi poostii haaraan kan hundeeffamu ta'uu ibsaniiru.

Karaa biraatin, Embaasiin Ameerikaa labsii yeroo hatattamaa Itoophiyaa mormuudhan ibsa baaseera.

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa

Kutaa 1ffaa: Qophii Addaa Kan Labsii Yeroo Hatattamaa Laalchisuudhan Qophaahee
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:52 0:00
Kutaa 2ffaa: Qophii Addaa: Simannaa Namoota Mana Hidhaatii Bahanii Godhamaa Jiruu fi Labsii Yeroo Hatattamaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:16:02 0:00

Obboo Baqqalaa Garbaa: Labsiin Yeroo Hatattamaa Qabsoo Uummataa Hin Dhaabu
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:03 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG